Mana barmootaa, bakka hojii, waajjira gumii naannoo ykn bakka sportiitti alaabaan diimaa, gurraachaa fi keelloo alaabaa Australia cinatti balali'uu argitanii taha. Kun alaabaa Aboriginal ti. Uummata ...