Aanaan Gooroo Doolaa Caaseeffama haaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa ji’a Gurraandhalaa bara 2015 ifoomseen Godina Boorana Bahaa jalatti hammatamte. Aanichi Godina Gujii jalaa bahuun godina haaraa ...