Dubartiin lammii Raashiyaa taate kibba Indiyaa bulchiinsa Karnataakaa keessa ijoolleeshee dubaraa lama waliin holqa bosona bineensotaafi bofaan guutame keessa osoo jiraattuu argamuun poolisii ...
Leenjisaan Xaaliyaanii Genaaroo Gatuusoo torban kana hin gammanne. Biyyi isaa Noorweyiin 4-1 mo'amuun gara tapha mo'atanii darbuutti ceete. Kallatumaan darbuu hin dandeessu jechuudha. Waancaa Addunyaa ...